Mudhata Yohaannisii 3 - Kitaaba Woyyuu

Ergaa Woldaa Sardeesiitii Ergame

1«Maleekkaa woldaa Kirstaanaa ta Sardeesiin keessa jirtuuf akkana jedhii barreessi.

Ayyaanota Rabbii torbanii fi ka urjiiwwan torbaa harkaa qabu akkana jedha. «Hujii kee hin beeka; ati maqamaaf jirta malee duuteerta.

2 waan taateef qabbanaayaa yookaan oo'aa waan hin taaneef afaan kiyya keessaa si tufu'uuf ta'a.

17 Hose. 12:8; Qor. 1ffaa 4:8 ‹Ani qabaata'a; dureessallee ta'eera; womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyeessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.›

1816:15 Dureessa akka taatuuf worqii ibiddaan baffame uffattee qullaan saala keetii akka hin mudhanneef uffata adii waan ija kee ittiin bareechifattu na irraa akka bitattu si gorsa.

19Mam. 3:12; Iyyo. 5:17; Qor. 1ffaa 11:32; Ibr. 12:6 Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan; hin adaba; kanaafuu qajeelii aagii gali.

20Luq. 12:36; Yoh. 14:23 Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee yoo balbala ufii naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.

21Mat. 19:28; Ibr. 12:2 Akkuma ani mooyadhee teessoo abbaa kiyyaa irra taa'e, akkasuma ka mooyate na woliin teessoo jeennata kiyyaa irra akka taa'u hin kennaaf.

22Waan Ayyaanni Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help