Raajii Amootsii 2 - Kitaaba Woyyuu

Moo'aab

1Rabbi akkana jedha, «Baniin Moo'aabii waan deddeebi'a'aa cubbuu hojjataniif ani mamii malee isaan adaba; isaan lafee mootii Eedoomii haga daaraa ta'utti gubaniiran. godhee isinii kaase; banii Israa'elii! eeganaa wonti kun dhuga'aamii? ani Rabbi waan kana dubbadheera.Ser. Lak. 6:1-8

12Isin ammo worra Waaqaaf adda baye daadhii woyini'ii obaaftanii dogoggorsitan; raattota akka raaga hin dubbanne dhooggitan.

13Kanaafuu ani akkuma gaariin fardaa ka midhaan hagaa ol baatee deemu waan isa jala jiru daaku anillee akkasuma isin daaka.

14Ka fiiguu danda'u ariifachuu dadhaba; worri jajjabaan hin dadhaban; loltoonni uf hambisuu hin danda'an.

15Worri buundhee darban aggaamuu hin danda'an; worri guddisanii fiigan dheessanii hin bayan; worri fardaan gulufan uf hambisuu hin danda'an.

16Guyyaa san loltoonni guddisanii jabaatanuu meeshaa ufii ka lolaa gata'aa dheessan» jedha; Rabbi waan kana dubbateera.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help