Gara Worra Rooma'aa 11 - Kitaaba Woyyuu

Rabbi Israa'eloota Hin Ganne

1 hin saganne ufiif hambifadheera»

5» jedheera.

11 irratti hin boonin.

18Yoh. 4:22 Yoo ittiin boonte ammo, hiddatu si baata malee ati hidda hin baattu.

19Eegasuu, «Akka ani galuuf dameen cabeera» jetta ta'a.

20Ibr. 4:2; Qor. 1ffaa 10:12 Sun dhuga'a; isaan amanuu dhabuu isaaniitiin caban; atillee sababaa amantii keetiitiin dhaabatteerta; sodaadhu malee waan uf jaju'uu hin yaadin.

21Rabbi dameewwan akka dhalatanii jiranii yoo garaa hin laafne ta'e, siifillee akkasuma garaa waan hin laafneef.

22Yoh. 15:2,4,6; Ibr. 3:14 Eegasuu gara laafummaa Rabbiitii fi gar jabummaa isaa laali. Gar jabummaan isaa worra kufan irratti; yoo arjummaa isaatiin jabaattee jiraatte ammo, arjummaan Rabbii si irra jira. Akkas yoo ta'uu dhabaate atillee akkasuma hin muramta.

2314:4; Qor. 2ffaa 3:16 Isaan amanuu dhabuu isaaniitiin jabaatanii yoo dhaabatuu baatan, deebi'anii muka keessa seenan. Rabbi deebisee isaan galchuu waan danda'uuf.

24Ati uumamaan ejersa gammoojji'ii irraa muramtee akka uumama keetii uduu hin taane, yoo ejersa mishaa keessa seente, caala'atti dameewwan uumamaan jiran, sunniin ejersa ufiititti attamitti hin galle?

Araarri Rabbii Nama Maraaf

25 Luq. 21:24; Yoh. 10:16 Obboleeyyan tiyya! worra qalbii qaban akka isinitti hin fakkaanne dhossaa kana akka beettan barbaada; haga worri Yihuudota hin taane gara worra Yihuudotaatitti guutumaan guutu'utti eda'amaniif worri Israa'elii gariin hadoodeera.

26Isa. 59:20-21; Far. 14:7 Akkasuma Israa'el maruu hin fayya akkuma jedhamee barreeffame,

«Qorsi Tsiyooniin irraa dhufa.

Yaaqoobiin irraa cubbuu hin balleessa.

27 Erm. 31:33-34 Cubbuu isaaniillee hennaa isaan irraa fuudhe waadaan ani isaan woliin galu kana.

2815:8; Tas. 1ffaa 2:15-16 Karaa Dubbii Nagayaatiin waan keessaniif diintota ta'aniiru. Karaa filanno'ootiin ammo waan abbootaatiif jaalatamtoota.

29Ser. Lak. 23:19; Sam. 1ffaa 15:29 Rabbi kenna'aa fi badhaadha waamsa ufiitiin hin gaabbu.

30Tit. 3:5 Isinillee akkuma Rabbiif dura hin ajajamne amma ammo sababaa ajajamu dhabuu keessaniitiin akkuma dhiifamsa argattan,

31Akkasuma araara barattaniin isaanillee akkasuma araara akka argatan kunniinillee akkasuma amma hin ajajamne.

32Gal. 3:22; Xim. 1ffaa 2:4 Rabbi maraafuu dhiisu'uuf ajajamuu diduu isaanii jalatti namoota maraa akka booji'aman godhe.

Galata Rabbiif Dhiyaate

33 Isa. 45:15; 55:8; Iyyo. 11:7-8 Durummaan ogummaa Rabbiitii fi beekkumsi Rabbii hagam gadi fagaata! Murteen isaa ka hin qoratamne; karaan isaallee ka hin beekkamne.

34 Isa. 40:13; Erm. 23:18; Iyyo. 15:8; Qor. 1ffaa 2:16 Kitaabni Woyyuun

«Yaada Goofta'aa ka beeku eennu?

Yookaan ka isa gorsu eennu?

35 Iyyo. 41:11 Yookaan ka Rabbii liqeessee liqaa san fudhatu eennu?

dura ka isatti kenne eennu?» jedha.

36 16:27; Qor. 1ffaa 8:6; Phex. 2ffaa 3:18 Maruu isa irraa; isaan; isaaf waan ta'eef bara baraan isaaf ulfinni haa ta'u! Amiin!

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help