1Dubartoonni urgoo qopheeffatan qabatanii guyyaa jalqaba torbaanii isaan woliin obboro'oon gara awwaalaa dhaqan.
2Dhagaan awwaalaan cufame ka irraa gangalfameeru argan.
3Hennaa boolla awwaalaa keessa seenan reeffa Gooftaa Yesuusii hin argine.
4 fi araarri cubbu'uu Yerusaalemiin irraa jalqabee banii maraa irratti hin lallabama jedhamee barreeffameera.
48Yoh. 15:27; Hu. Er. 1:8 Isinillee waan kanaaf raga'a.
49Yoh. 14:16,26; 15:26; 16:7; Hu. Er. 1:4 Ani waan Abbaan kiyya waadaa isinii gale san isinii erga. Isin ammo haga hunna olii argattanitti qachaa Yerusaalemii keessaa hin bayinaa'a» jedhe.
Yesuus Gara sami'ii Ol Deebi'e(Mar. 16:19,20; Hu. Er. 1:9-11)50Innillee achii bayee haga Bitaaniya'aa isaan geegessee harka ufii lamaan ol kaasee isaan eebbise.
51Uduma isaan eebbisa'aaru isaan dhiisee gara sami'ii ol fudhatame.
52Yoh. 5:23; 14:28; 16:22 Isaan isaa sagadanii guddisanii gammadanii gara Yerusaalemii deebi'an.
53Hennaa maraa Rabbiin galatoonfata'aa mana woyyuu keessa jiraatan.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.