Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 26 - Kitaaba Woyyuu

Yesuusiin Ajjeesisu'uuf Mari'atan(Mar. 14:1-2; Luq. 22:1-2; Yoh. 11:45-53)

1Yesuus haga dubbii kana maraa dubbatee fixeen maayessa darasoota ufiitiin,

2 Albaaxiroosiititti guuttame qabattee gara isaa dhuftee uduu inni hurbaataaf taa'eeru urgoo san mataa isaa irratti buufte.

8Darasoonni isaa hennaa argan aaranii, «Kun maaf lafatti bada?

9Urgoon kun gatii gudda'atti gurguramee birriin sun silaa hiyyeeyyi'iif uduu kennamee woyya» jedhan.

10Yesuus waan kana beekee akkana isaaniin jedhe, «Dubartii tana maaf rakkiftan? Isiin waan mishaa naa goote.

11 awwaalaaf na qopheessite.

13Ani dhugamaan isiniin jedha, biyya lafaa maraa keessatti bakka kamittuu Dubbiin Nagayaa hennaa lallabamu wonti isiin goote kun ammo akka isiin qaabatamtuuf himama.»

Yihuudaan Yesuusiin Dabarsee Kennu'uuf Jaraan Wolii Gale(Mar. 14:10-11; Luq. 22:3-6)

14Hennaa san darasoota kudha lamaan keessaa namni Yihuudaa jedhamu ka biyya Keeriyooti tokko gara bulchoota gadootaa dhaqee,

15 Ilma Rabbii yoo taate nutti himi» jedheen.

6416:27; 24:30; Dan. 7:13; Far. 110:1 Yesuus deebisee, «Maarre atuu jette. Haa ta'uu ammo akkana isiniin jedha, amma irraa jalqabee Ilmi Namaa harka mirga Rabbii hunna qabuu ka samii taa'u duumessaan hennaa deebi'ee dhufu hin argitan» jedheen.

65 9:3; Yoh. 10:33; Hu. Er. 14:14; Ser. Lew. 24:16; Ser. Lak. 14:6 Hennaa san bulchaan gadootaa uffata ufii biinxee, «Kunoo Inni Rabbiin arrabseera! Eegasuu ammaa achi ragaa biraa maaf barbaanna?

66Yoh. 19:7 Maal isinitti fakkaata?» jedhe.

Isaan deebisanii, «Inni haa du'uu» jedhan.

67 Isa. 50:6 Hennaa san hancufa fuula isaatitti tufanii tontoommo'oon dhayan; Kuuwwan dhabanaasa'aan kabalanii,

68«Kiristoos! ka dhabanaasa'aan si dhaye eennu? mee raaga nutti himi» jedhaniin.

69Pheexroos manaan ala dallawa keessa taa'ee uduu jiru dubartiin hojjattuun takka gara isaa dhuftee, «Atillee Yesuusii Galiila'aa woliin turte!» jetteen.

70Inni ammo, «Nama ati jettu kana ani hin beeku» jedhee nama maraa afo'otti waakkate.

71Hennaa inni gara seensa balbalaa dhaqe ta biraallee isa argitee worra achi jiruun, «Namichi kun Yesuusii nama Naazireetii woliin jira» jette.

72Lammeessoollee, «Ani isa hin beeku» jedhee kakatee waakkate.

73Diqqoo turanii worri achi dhaabataniiran gara Pheexroosii dhufanii, «Akki ati dubbattuuyyuu hin beessisa; ati dhugamaan nama gosa isaaniiti» jedhaniin.

74Hennaa san inni, «Ani namicha isin jettan san hin beeku» jedhee uf abaara'aa kakachuu jalqabe.

75Achiin maayessa Pheexroos dubbii Yesuus, «Uduu lukkuun hin iyyin harka sadihii na waakkatta» jedhe qaabatee gara diidaa gad bayee akka malee mararamee booye.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help