Kitaaba Seena'aa ka 2ffaa 1 - Kitaaba Woyyuu

Mootichi Solomoon Akka Rabbi Ogummaa Isaa Kennu Kadhate(Mot. 1ffaa 3:1-15)

1Ilmi Daawitii Solomoon waan Rabbi Waandhi isaa isa woliin tureef mootummaa ufii jabeeffate; guddisee isa kabajje.

2Mootichi Solomoon worra Israa'elii maraa, ajajoota loltuu dhibbaatii fi loltuu kumaa, worra baallii qaban ka mootumma'aa, worra maatii bulchuu fi banii maraa

3gara hulee itti waaqeffatan ka tulluu Gabaa'oonii irra jiru bira isa woliin akka dhaqaniif ajaje; sababaan achi dhaqaniif daaseen Rabbii ka tajaajilaan Rabbii Muuseen lafa gammoojji'iititti hojjate tulluu Gabaa'oonii keessatti waan argamuuf.

4Saanduundhi waadaa Rabbii garuu hennaa mootichi Daawiti Qiriyaati'aarimii fidee daasee Yerusaalemiin keessatti qopheesse keessa taa'a'aa ture.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help