1Rabbi Saaraa yaadatee akkuma abdachiise godheef.
2Isiin ulfooftee hennaa Rabbi hin deetta jedhee isi'itti dubbatetti jaarruma keessa Abrahaamii ilma deette. jedhame.
32Isaan lachuu Beersaabeehitti waadaa wolii galan; Abemelekii fi Akoozaat, bulchaan loltootaa Fikool ka'anii gara biyya Filisxeemii deebi'an.
33Abrahaam Beersaabeehitti muka Tamirii dhaabee achitti maqaa Rabbii bara baraa waamee sagadeef.
34Abrahaam biyya Filisxeemiititti galee hennaa dheera'aaf keessummummaa taa'e.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.