1 Yesuus Kiristoos.
35Jaalala Kiristoosii irraa eentu nu fooya? Rakko'oo dhiphinnaa, ari'amu'uu, beelaa, yookaan daaru'uu, soda'a mo'o guraade'e?
36Far. 44:22; Qor. 2ffaa 4:11 Akkana jedhamee akkuma barreeffame,
«Waan keetiif guyyaa maraa hin ajjeefamna;
akka hoolota qalamaniititti laakkayamne»
37 Yoh. 1ffaa 5:4-5 Kana maraa keessatti ammo ka nu jaalate saniin mooyattoota hin caalla.
38Efe. 1:21; 6:12; Qol. 2:15; Phex. 1ffaa 3:22 Du'a yookaan jireenna, Maleekkota, bulchiinsa, ka waa qabu, ka dhufullee yoo ta'e,
39Yoh. 10:28 hunna qabeeyyii ol gubba'aa gad bu'u uumama addaallee yoo ta'e, jaalala Rabbii ka karaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin keessaan arganne keessaa akka nu baasuu hin dandeenne hubadheera.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.