Dubbii Nagayaa Ka Maatewoosii 16 - Kitaaba Woyyuu

Worri Fariisotaa Malkata Gaafatan(Mar. 8:11-13; Luq. 12:54-56)

1 Ilma Rabbii jiraata'aati» jedheen.

17 jeennata sami'ii sii kenna. Wonti ati lafa irratti hiite maruu sami'ittillee ka hidhame ta'a. Ka ati lafa irratti hiittu maruu sami'ittillee hin hiikkama» jedhe

2017:9; Mar. 9:9 Achiin maayii Yesuus Kiristoosiin akka ta'e eennuttillee akka hin himne darasoota ufii jabeessee seere.

Yesuus Waan Rakkoo Ufiitii Fi Du'a Ufii Dubbate(Mar. 8:31—9:1; Luq. 9:22-27)

21 12:40; 17:22-23; Yoh. 2:19 Hennaa san irraa jalqabee Yesuus darasoota ufiititti, «Ani gara Yerusaalemii dhaqa; achitti harka manguddootaatitti, harka mootota gadootaatii fi barsiisota Seera Muuse'eetitti guddisee rakkadha; hin ajjeefama; guyyaa sadeesso'ootitti ammo hin ka'a» jedhee himuu jalqabe.

22Pheexroos hojjatti achi isa baasee, «Gooftaa kiyya wonti kun horoma si irratti hin ta'in» jedhee teedeffatuu jalqabe.

23Inni ammo gara galee Pheexroosiin, «Ati seexana! asii deemi! Ati waan namaa malee, waan Rabbii waan hin yaanneef gufuu natti taateerta» jedheen.

2410:38; Luq. 14:27 Achiin maayessa Yesuus darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Ka ana faanaa deemuu fedhu yoo jiraate uf haa waakkatuu, fannoo ufii baatee na faanaa haa deemuu.»

2510:39; Luq. 17:33; Yoh. 12:25 Namni lubbuu ufii hambisuu fedhe maruu hin balleeffata; ka anaaf jedhee lubbuu ufii dhabu maruu hin argata.

26Namni yoo bu'aa adunyaa tanaa maraa argate, lubbuu ufii ammo yoo balleeffate maal isaa godha? yookaan namni gatii lubbuu ufiitiif maal kenna?

2725:31; Far. 62:12; Rom. 2:6 Ilmi namaa maleekkota ufii woliin ulfinna Abbaa ufiitiin hin dhufa; achiin maayessa maraafuu akka hujii isaatitti gatii isaa kennaaf.

2810:23 Ani dhugamaan isiniin jedha, worra as dhaabatan kanniin keessaa namoonni gariin hennaa Ilmi Namaa ulfinna jeennata ufiitiin dhufu worri hin duune hin jiran» jedhe.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help