Seera Uumamaa 2 - Kitaaba Woyyuu

1Akka kanaan Ardi'ii fi Samiin, wonti Ardi'ii fi Samii keessa jiran maruu raawwataman.

2Rabbi hujii ufii maraa raawwatee guyyaa torbeesso'ootitti maraa irraa hara baafate.

3Guyyaan Rabbi hujii waa uumu'uu maraa raawwatee hujii ufii maraa irraa hara itti baafate kana waan ta'eef guyyaa torbeesso'oo woyyoomsee eebbise.

24Kanaafuu namni abba'aa fi haadha ufii hin dhiisa, haadha manaa ufiitiin wolitti maxxana; lamaanuu foon tokko ta'an. Mat. 19:5; Qor. 1ffaa 6:16; Efe. 5:31

25Aadamii fi haati manaa qullaa turan; ammo wol hin saalfatan.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help