Kitaaba Faaru'uu 126 - Kitaaba Woyyuu

Galata Hennaa Hulee Booji'amanii Gammachu'uun Deebi'an DhiyaatuFaaruu moote'ee;

1Hennaa Rabbi Tsiyoonii boojuu deebise;

eebjuu malee dhugaa nutti hin fakkaanne.

2Hennaa san gammannee kolfine;

arrabni keenna faaruu gammachu'uu faarfate;

sababaa kanaaf baniin kuuwwan,

«Rabbi waan guddaa isaanii godhe» jedhan.

3Rabbi waan guddaa nuu godhe;

nullee hin gammanne.

4Yaa Rabbi!

akkuma roobni gammoojjii Neegeebiitii bisaan kennu

qabeenna keenna ka booji'ame nuu deebisi.

5Worri imimmaaniin facaafatan

faaruu gammachu'uu faarfata'aa wolitti qaban.

6Worri sanyii baadhatanii booya'aa deeman;

hennaa deebi'an ammo gammachu'uun ililfata'aa qixiraa ufii baadhatanii deebi'an.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help