1Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa worri Yerusaalemii dhufan gariin Yesuusiin biratti wol gayan.
2 nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.
6Inni ammo deebisee, «Bada fakkeessitoota, Isaayyaas waan keessan raagee, ‹Baniin kun afaaniin na kabajja; garaan isaanii na irraa fago'o.
7 gara Yesuusii fidanii, akka inni harka ufii isa irra kaayuuf kadhatan.
33 Mar. 8:23 Yesuus namicha san gumii keessaa adda baasee, quba ufii gurra isaa keessa kaaye. Achiin maayii tufee arraba isaa tuqe.
346:41; Yoh. 11:41 Gara sami'ii ol jedhee laalee, hafuura guddaa baafatee, «Eftaahi» jedheen. Akkas jechuun, «Banami!» jechu'u.
35Yoosuu gurri isaa banamee arrabni isaallee hiikkamee qajeelchee dubbate.
36 1:43-45; 5:43 Yesuus eennuttillee akka hin himne isaan seere. Isaan ammo guddisanii odeessan.
37Isa. 35:5 Worri dhagayan maruu waan kana hagaa olitti maalalfatan, «Wonti inni godhe martuu misha'a; worri gurra duude akka dhagawu, worri afaan duude akka dubbatu godha!» jedhan.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.