1Hundee gaarran woyyooman irratti dhaabe.
2Rabbi hulee bulti'ii ka Yaaqoobii maraa caalaa
balballan Tsiyoonii jaalata.
3Ati qachaa Rabbii!
wonti kee ka ulfinnaa
akkana jedhamee himama;
4Worra na beekan keessaa;
Ra'aabii fi Baabilooniin maqaa dhaya;
kunoo Filisxeemii Xiroos Itoophiyaa woliin
‹namni kun achitti dhalate› jedhan.»
5Dhugama waan Tsiyoonii
«Kunillee namni sunillee isii keessatti dhalatan;
Ka maraa olii Inninuu isii jabeessa» jedhama.
6Rabbi yoo banii ufii galmeessu;
«Namni kun achitti dhalate» jedhee barreessa.
7Worri faarsan; worri meeshaa taphatan;
«Burqaan maruu si keessatti argama» jedhan.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.