Kitaaba Faaru'uu 131 - Kitaaba Woyyuu

Rabbiin Hedachuu'uFaaruu Daawitii ka moote'ee;

1Yaa Rabbi! garaan kiyya uf hin janye;

ijji tiyyallee hin boontu;

yaanni kiyya wontoota gugurdaa, waan hubachuu hin dandeenne

saniin hin hoqqoobbanne.

2Lubbuu tiyya dubbii dhoogge;

akkuma daa'imni harma gu'e cadhisee haadha irra taa'u,

anillee ka hin dubbannee fi ka cadhisu ta'e.

3Israa'el! amma irraa jalqabii baraa haga bara baraa

Rabbiin hedadhu!

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help