1Bara itti aanu jalqaba wogga'aatitti hennaa mootonni lolaaf hiriiranii bayan Iyyoo'aabi loltoota ufii yaasee biyya Amoonii balleessee dhaqee qachaa Raabaatii marse; yoo san Daawiti Yerusaalemiin keessa ture; Iyyoo'aabi lolee Raabaatiin dhayee balleesse
6Akkasuma biyya Geetii irrattillee woraanni ta'ee achi keessa nama harkaa fi luka isaa irra caaccuu jaha jaha, wolumatti qaba'atti nama dheeraa qubbiin diddamii afurii qabutu jira; Innillee nama gosa Raaffaayimii keessaa dhalate.
7Inni hennaa banii Israa'elii hucuuce ilmi Saama'aa obboleessi Daawitii Yoonaataan isa ajjeese.
8Isaan biyya Geetii keessatti gosa Raaffaayimii keessaa dhalatan; sadiinuu harkuma Daawitiitii fi ka loltoota isaa irratti dhuman.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.