Kitaaba Faaru'uu 117 - Kitaaba Woyyuu
Galata Rabbiif Dhiyaate
1Isin worri yihuudota hin taane maruu Rabbiin galatoonfadhaa'a!
baniinillee Rabbiin kabajjaa'a!
2Jaalalli inni nuuf qabu guddaa waan ta'eef;
amanamummaan Rabbiillee jabaatee jiraata.
Halee luyaa.