Raajii Zakkaariyaasii 3 - Kitaaba Woyyuu
Mudhata Zakkaariyaas Raattichi Waan Bulchoota Gadootaa Arge
1Achiin maayessa Rabbi Iyyaasuu gadicha bulchaa gadootaa ka maleekkaa Rabbii afoo dhaabateeru mudhataan natti mudhise; seexanni Iyyaasuu himatu'uuf gara cinaa mirgaatiin dhaabatee ture.