Seera Bayu'uu 1 - Kitaaba Woyyuu

Yakkaa Fi Miidhaa Worri Israa'elii Hennaa Biyya Misirii Jiran Isaan Irra Gaye

1Maqaan ijoollee Yaaqoobii ka Israa'el jedhamanii waamamanii ka Yaaqoobiin woliin gara biyya Misirii galanii kanniin.

2Roobeel, Simoon, Leewwii, Yihuudaa,

3Yisaakoor, Zaabiloon, Biiniyaam,

4Daan, Niftaaleem, Gaadii fi Aseer.; Yooseef durumaa biyya Misirii keessa jiraata ture.

6Yooseef haga du'e ilmaan haadhaa ta isaatii fi horteen isaa maruu,

7ijoolleen Israa'eelii horanii baay'atanii guddisanii badhatanii lafa guutanii jajjaboota ta'an.

8Kanniin maraan maayessa biyya Misirii keessatti mootiin Yooseefiin hin beenne mooye.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help