1 «Gaanii sanniinitti bisaan guutaa'a» jedhe. Isaan haga afaanii guutan.
8Kanaan maayessa, «Amma buusa'aatii worra cidha galchutti kennaa'a» jedheen. Isaanillee isaanitti kennan.
9Ka cidha galchullee bisaan daadhii ta'e hennaa afaaniin qabu eessaa akka dhufe hin beenne. Hojjattoonni bisaan woraaban ammo hin beekan. Ka cidha galchu abbaa cidhaa waamee, akkana jedheen,
10«Namni maruu duraan dursee daadhii mishaa namaa kenna. Haga machaayaniin maayii ammo booruu namaa kenna; ati ammo haga ammaa daadhii mishaa tursiifte!» jedheen.
11 ka taa'aniiran argee,
15Innillee xurqaayyee dhayatee sangootaa fi hoolota mana woyyuu keessaa baasee worra birrii jijjiiratu waan isaan birrii irra kaayataniiran gara galchee birrii isaaniillee jalaa bittinneesse.
16Worra handarii gurgurataniinillee, «Kana asii kaasaa'a; mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin godhinaa'a» isaaniin jedhe.
17Far. 69:9 Darasoonni isaallee ka «Hinaaffaan mana keetii akka ibiddaa na guba» jedhamee barreeffame qaabatan.
18Kanaaf, «Yihuudonni kana godhu'uuf malkata maali'iin nutti mudhifta?» jedhaniin.
19 Mat. 26:61; 27:40; Mar. 14:58; 15:29 Yesuusillee deebisee, «Mana Woyyuu kana diigaa'a! Ani ammo guyyaa sadihitti deebisee ijaaraa» isaaniin jedhe.
20Kanaaf Yihuudonni, «Manni Woyyu'uu kun hojjatamu'uuf woggaa afurtamii jahaa fixe; ati ammo guyyaa sadihi keessatti ijaaree fixa jettaa?» jedhaniin.
21Qor. 1ffaa 6:19 Inni ammo waan mana woyyuu qaama ufii dubbate.
2212:16; 14:26; 20:9; Luq. 24:8,26-27 Kanaaf haga du'aa ka'een maayii darasoonni isaa kana akka dubbate qaabatanii kitaaba Woyyu'uu fi waan Yesuus dubbate amanan.
Yesuus Yaada Namaa Mara Beeka23Yesuus hennaa ayyaana Faasika'aa uduu Yerusaalemiin jiru namoonni hedduu maalalee inni godhe waan arganiif maqaa isaatitti amanan.
24Yesuus ammo namoota maraa waan beekuuf isaan hin amanne ture;
25Inni waan garaa nama maraa keessa jiru waan beekuuf waan namaa eennullee akka isatti himu hin barbaadu ture.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.