1 midhaaffatan argee isaan waame;
22Isaanillee yoosuu yabalaa fi abbaa ufiillee dhiisanii isa faanaa deeman.
Yesuus Dhukkubsattoota Fayyise(Luq. 6:17-19)23 9:35; Mar. 1:39; Luq. 4:15; Hu. Er. 10:38 Yesuus manniin sagada Yihuudotaa keessatti barsiisa'aa, Dubbii Nagayaa waan jeennata Rabbii lallaba'aa, dhibe'ee fi dhukkuba adda addaa maraa irraa banii fayyisa'aa Galiilaa maraa keessa naannaya'aa ture.
24Mar. 6:55 Gurri isaa biyya Sooriya'aa maratti dhagayame. Kanaafuu worra dhibamanii dhukkuba adda addaatiin rakkatan, worra jinniin qabeeru, worra dhukkuba gaggabdo'oo qabanii fi ka qaamni isaanii laamshaye maraa gara isaa fidan; Yesuus isaan fayyise.
25Mar. 3:7-8; Luq. 6:17-19 Achiin maayessa gumiin hedduu Galiila'aa, qachaa qachoota kudhanii jedhamu keessaa, Yerusaalemii, Yihuuda'aa fi Yoordaanosiin gamaallee baniin hedduu isa faanaa deeman.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.