1 keessatti hirmaataa ta'u'uuf, waan Dubbii Nagayaatiif maraa godha.
24Filph. 3:12-14; Xim. 2ffaa 4:7 Hulee wol morkii fiigichaatitti namni maruu hin fiiga. Haa ta'uu ammo ka badhaafamu tokkicha akka ta'e hin beettanii? Isinillee akkasuma akka badhaasa argattan fiigaa'a.
25Xim. 2ffaa 2:4-5; 4:8; Phex. 1ffaa 5:4; Yaq. 1:12 Ka wondhaansa bayu maruu waan maraanuu nafa ufii hin eeggata. Kunniin kennaa badu argachu'uuf; nu ammo ka hin banne argachu'uuf.
26Kanaaf ani akka worra kaayyoo malee fiiguutitti hin fiigu; akka nama qilleensa qabuu maraafuu akkanumaan hin dadhabu.
27Rom. 8:13-14; 13:14 Haa ta'uu ammo kaawwanitti haga himeen maayii ufii nama gatame akka hin taane foon kiyya adaba'aa akka ajajamu godha.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.