Kitaaba Faaru'uu 130 - Kitaaba Woyyuu

Kadhaa Gargaarsa Rabbii Argachu'uuf KadhatanFaaruu moote'ee;

1Yaa Rabbi! waan guddisee gaddeef

sitti iyyadha.

2Yaa Rabbi! laagaa kiyya dhagayi!

gurri kee dubbii kadhaa kiyyaa haa caqasuu.

3Yaa Rabbi! Uduu cubbuu keenna hordoftee

eentu murtii jalaa bawuu danda'a?

4Si bira ammo dhiifamsatu jira;

kanaafuu sodaatamuu qabda.

5Balbala Rabbiitii deddeebi'a;

lubbuun tiyya obsaan isa eeggatti

dubbii isaa hin hedadha.

6Haga waardiyyaa bariisaa eegu caalaa;

ee, waardiyyaan bulee bariisaa eeguu caalaa,

lubbuun tiyya Gooftaa hedatti.

7Rabbiin bira jaalala,

isa birallee fayyinna gudda'atu jira;

Israa'el Rabbiin abdii godhadhu.

8Inni Israa'eliin cubbuu isaanii maraa irraa hin fayyisa.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help