Kitaaba Mootota ka 2ffaa 24 - Kitaaba Woyyuu

1Bara Iyyoo'aaqem mootii ta'ee jiru mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoor biyya Yihuuda'aa marsee qabate; Iyyoo'aaqem woggaa sadihii haga isa gabbareen maayessa hennaa lammeesso'ootitti hin dide.Seedeeqiyaas Mootii Yihuuda'aa(Sen. 2ffaa 36:11-12; Erm. 52:1-3)

18Seedeeqiyaas hennaa Yihuudaa irratti moowu nama umurii diddamii tokkoo ture; inni teessoo ufii Yerusaalemiin keessa godhatee woggaa kudha tokko bulche; haati isaa ta Amixaa jedhamtu mucattii Ermiyaasii dhalattu ta qachaa Libina'aa turte.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help