Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 6 - Kitaaba Woyyuu

Yesuus Naazireetitti Tuffatame(Mat. 13:53-58; Luq. 4:16-30)

1Yesuus achiillee bayee gara qachaa ufii dhaqe; darasoonnillee isa faanaa deeman.

2 lallaban.

13 xoroshoo binnee isaanii kenninaaree?» jedhaniin.

38Innillee, «Xoroshoo meeqa qabdan? Mee dhaqa'aa laalaa'a» jedheen. Isaanillee haga laalaniin maayii, «Xoroshoo shanii fi qurxummii lama» jedhaniin.

39Yesuus akka isaan namoota maraa tuuta tuutaan marga lalisaa irra teessisan ajaje.

40Isaan tuuta dhibba dhibbaa fi shantama shantama ta'anii tataa'an.

417:34; 14:22; Yoh. 17:1 Yesuus xoroshoo shanii fi qurxummii lamaan san fuudhee gara sami'ii ol laalee galata galchee, xoroshoo san caccabsee akka isaan namootaa qoodan darasoota ufiititti kenne. Qurxummii lamaanillee maruma isaaniitiif qoode.

42Maruu nyaatanii quufan.

43Hambaa xorosho'ootii fi qurxummi'ii masoobii kudha lamaa guutuu kaasan.

44Worri xoroshoo san nyaatan dhiirti callaan kuma shan.

Yesuus Bisaan Irra Deeme(Mat. 14:22-33; Yoh. 6:16-21)

45Yoosuu uduu Yesuus banii geegessa'aaru darasoonni yabala keessa seenanii gara Beetasaayida'aa firrisanii akka lufan isaan ajaje.

461:35; Luq. 5:16; 6:12 Haga isaan uf irraa geegesseen maayii faateffachu'uuf gara gaaraa ol baye.

47Hennaa aduun dhiite Yaballi sun galaana wodhakkaa uduu jirtu inni hojja ufii lafa irra ture.

48Bubbeen gara isaanii bubbisa'aa waan tureef shaffisa'aan dhayata'aa akka rakkata'aaran argee, iyya lukkuu lammeesso'oo galaana irra deema'aa gara isaanii dhufee isaan bira akka waan lufuu ta'e.

49Luq. 24:37 Isaan ammo uduu inni galaana irra deemu arganii ekeraa isa seeyanii iyyan.

50Martinuu hennaa isa argan hin bararraaqan. Inni yoosuu, «Jabaadhaa'a! na'aa, hin sodaatinaa'a!» isaaniin jedhe.

51Inni gara isaanii Yabalatti ol baye; bubbeenillee gab jedhe. Isaanillee guddisanii maalalan.

528:17; Mat. 16:9 Sababaan qalbiin isaanii waan duudeeruuf isaan baasa xorosho'oo san hin hubanne.

Yesuus Gensaareexitti Dhukubsattoota Fayyise(Mat. 14:34-36)

53Yesuusii fi darasoonni isaa galaana gama yabalaan ceeyanii Geensaareexitti lafa gayan. Yabala san achitti hidhan.

54Yabala keessaa hennaa bayan yoosuu akka inni Yesuusiin ta'e beekanii,

55biyya san maraa keessa asii fi achi fiiganii namoonni naannoo biyya sanii martinuu dhukkubsattoota wosaasa'aan baadhatanii, hulema Inni gaye jedhan maraa dhagaya'aa gara isaa fidan.

565:27-28; Mat. 9:20; Luq. 8:44; Hu. Er. 5:15; 19:11,12 Gandootatti, qachootatti, yookaan baadiyya'atti hulee Yesuus dhaqe maratti dhukkubsattoota gara isaa fida'aa turan. Dhukkubsattoonni qaccee uffata isaa tuqu'uuf isa kadhata'aa turan; worri isa tuqan maruu hin fayyan.

Blog
About Us
Message
Site Map