1Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
2«Dhiirti yookaan intalti yoo Rabbiif adda uf baasu'uuf silatii qabe;
3daadhii woyini'iitii fi waan nama macheessu irraa uf haa qabuu; woyinii yookaan waan dhangaggaawu hin dhugin; cuunfaa woyini'iillee hin dhugin; daraaraa isaa ka gogellee hin nyaatin;Dubbii Gadoonni Nama Eebbisaniin
22Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
23«Aaroonii fi ijoollee Aarooniititti akkana jedhii himi; yoo ijoollee Israa'elii eebbiftan akkana jedha'aa eebbisaa'a.
24‹Rabbi si haa eebbisu; si haa eegu;
25Rabbi fuula ufii sii haa ibsu garaa sii haa laafu;
26Rabbi fuula ufii gara kee haa deebifatu;
nagaya sii haa kennu› » jedheen.
27Akkasuma Rabbi, «Akka kanaan maqaa kiyya waamanii banii Israa'elii yoo eebbisan anillee isaan eebbisa» jedhe.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.