Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 1 - Kitaaba Woyyuu

1 isaatitti afoo Rabbiititti yoo tajaajilu;

9 Inni waan duudaa dubbachuu hin dandeenne ta'eef malkataan isaanitti hime.

23Inni ji'oonni tajaajila isaa dhumnaan gara mana ufii deeme.

24-25Achiin maayessa haati manaa isaa Elsaabeex ulfoofteerti, hennaa «Gooftaan mudaa kiyya na irraa kaasuuf jedhee namoota jiddu'utti na yaadatee akkana naa godheera» jettee ji'a shaniif uf dhossite.

26Maleekkaan Rabbii Gabri'eel ji'a jaheesso'ootitti gara qachaa Naazireetii Galiilaa keessatti argamtuu,

27 dhaxxe.

40Isiin gara mana Zakkaariyaasii seentee Elsaabeexiin nagaya gaafatte.

41Elsaabeex hennaa nagaya Maariyaamii dhageette, rimeenni gadaamessa isi'ii keessatti utaale; Elsaabeexillee Ayyaana Woyyu'uun guuttamte.

42 nagaya keetii gurra kiyyaan dhagaye rimeenni gadaamessa kiyya keessatti gammachu'uun utaale.

45

52 Iyyo. 12:19; 5:11 Bulchoota teessoo isaanii irraa buusee,

worra gad aanaa ol kaase.

53 Sam. 1ffaa 2:5; Far. 107:9 Worra beelayanillee waan misha'aan quubsee,

dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.

54-55 Far. 98:3; Isa. 41:8 Akkuma inni abbootii teenna Abrahaamii fi

fiixaa isaatiif dubbate araara ufii ka bara baraa san yaadachu'uun,

hojjataa ufii Israa'eliin gargaareera» jette.

56Maariyaam haga ji'a sadihii isii bira teettee achiin maayessa gara mana ufii deebite.

Dhaloota Yohaannisii Cuupha'aa

57Elsaabeex jiini isiin deettu geennaan Ilma deette.

58Akka Gooftaan arjummaa ufii isi'ii guddise dhagayanii ollaanii fi firoonni isi'ii isii woliin gammadan.

59Ser. Uma. 17:12; Ser. Lew. 12:3; Luq. 2:21 Worri daa'ima gadoomsu'uuf guyyaa saddeetesso'ootitti dhufan, daa'ima maqaa abbaa isaa Zakkaariyaasiin itti baasuu fedhan.

60Haati ammoo inni Yohaannis haa jedhamuu malee akkas hin ta'u jette.

61Isaan isi'iin «Worra kee keessaa maqaa kanaan ka waamameeru tokkollee hin jiru» isi'iin jedhan.

62Abbaan Ilma ufiitiin eennu jedhee maqaa akka itti baasu malkataan gaafataniin.

631:13 Innillee waan irratti barreessu gaafatee, maqaan isaa Yohaannis jedhee barreesse. Isaan Martinuu hin maalalfatan.

64Yoma san afaan isaa banamee arrabni isaallee hiikkatee Rabbiinillee galatoonfata'aa dubbate.

65Ollaan isaanii martinuu hin sodaatan. Wonti kun biyya Yihuuda'aa marattuu odeeffame.

66Hu. Er. 11:21 Hunni Goofta'aa waan isa woliin jiruuf worri dhagayan martinuu, «Daa'imni kun maal ta'inna laata?» jedha'aa garaa ufii keessatti yaadan.

67Abbaan isaallee Zakkaariyaas Ayyaana Woyyu'uun guuttamee akkana jedha'aa raaga dubbate.

68 Far. 41:13; 72:18; 106:48; 111:9 «Banii ufii gargaaree bilisa waan isaan baaseef,

Waandhi Israa'eelii Gooftaan haa eebbifamu.

69-70 Far. 18:2 Bara durii irraa jalqabee afaan raattota woyyootaatiin akkuma dubbate, fiixaa Daawitii keessaan fayyisaa jabaa nuuf kaaseera.

71 Far. 106:10 Worra diina keenna ta'anii nu jibban maraa irraa nu fayyisa.

72 Far. 106:45 Akka kanaan abbootii teennaa dhiifama godhe.

73 Far. 105:8-9; Ser. Uma. 22:16-18 Waadaa abbaa keenna Abrahaamiif gale woyyuu ufii qaabate.

74Isuma kanaan harka diintotaa jalaa baane.

75 Tit. 2:12 Bara keenna maraa sodaa malee woyyumma'aa fi

qajeellumma'aan afoo isaatitti akka isa tajaajillu nuu kenne.

76 Mil. 3:1; Isa. 40:3; Mat. 3:3 Akkasuma ati daa'ima nana! raagaa Rabbii maraa olii hin jedhamta,

Karaa isaallee haxaayu'uuf Gooftaa afoo deemta.

77 Isa. 43:11; Mar. 1:4 Akka kanaan ka dhiifamsa cubbu'uu ta'e,

beekkumsa fayyinnaa banii Rabbiitiif kennita.

78 Mil. 4:2; Phex. 2ffaa 1:19 Waandhi keenna Waaqa araaraatii fi gara laafessa waan ta'eef,

Inni aduun fayyinnaa gubba'aa akka nuu ifu taasisa.

79 Yoh. 8:12; Isa. 9:1-2; 11:6; Mat. 4:16 Ifni isaallee worra dukkanaa fi gaaddidduu du'aa keessa jiraniif hin ifa.

Luka keennallee gara karaa nagayaa qajeelcha» jedhee raage.

80 2:40; 3:1-18 Daa'imni guddatee, Ayyaanaan jabaatee haga gaafa banii Israa'eliititti mudhatuuf lafa udume'ee keessa jiraate.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help