Dubbii Nagayaa Ka Maarqoosii 12 - Kitaaba Woyyuu

Mammaaka Waan Qonnaan Bultoota Maasaa Woyini'ii(Mat. 21:33-46; Luq. 20:9-19)

1Ammallee Yesuus akkana jedhee mammaakaan isaanitti himuu jalqabe, «Namichi tokko biqiltuu woyini'ii dhaabee, dhaga'aan dallawa itti dallayee, boolla woyinii itti cuunfan qotee, siree irra taa'anii eegan ijaaree, qonnaan bultootatti kireessee gara biyya fago'oo deeme.

2Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.

3Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.

4Abbaan muka woyini'ii ammallee hojjataa biraa gara isaanii erge; isaan ammallee mataa isaa baqassanii salphisanii ari'an.

5Ammallee ka biraa itti erge; isa ammo hin ajjeesan; akkasuma ka biraallee heddu itti erginaan isaan keessaallee gari garii tumanii garii ammo hin ajjeesan.

6 tokko as fidaa'a!» isaaniin jedhe.

16Isaan itti finnaan, «Fakiin kun ka eennuuti? Barreeffamni kun ka eennuuti?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ka mootii mootota worra Rooma'aati» jedhaniin.

17 xambu; worra akkasii san murtii gudda'atu isaan eeggata» jedhe.

Kennaa haadha Hiyyeessaa(Luq. 21:1-4)

41 takka dhuftee, saantibii meetii diqqoo lamaan ta gatiin isii guddisee diqqo'oo mi'a kenna'aa keessa buufte.

43 takka worra biraa caalaa mi'a kennaa itti guuran keessa buufte.

44Worri kuuwwan qabeenna guddaa qaban irraa waan hafe mi'a kennaa itti guuran keessa buusan; Isiin hiyyeettiin waan qabdu ka ittiin jiraattu maraa achi keessa buufte» isaaniin jedhe.

Blog
About Us
Message
Site Map