1Fiixaan Aadamii kana; Rabbi gaafa Aadamiin uume, akka fakkeenna ufiitiin uume.
2Dhiiraa fi intala godhee uumee isaan eebbise; maqaa isaaniillee gaafuma isaan uume «Nama» jedhee isaanitti baase.
30Laamehi haga Noohiin uumateen maayii woggaa dhibba shanii fi sagaltamii shan gayee ijoollee biraa ta dhiiraatii fi ta intalaa uumate;
31Laamehi woggaa dhibba torbaa fi torbaatamii torba jiraatee du'e.
32Noohi haga woggaa dhibba shanii ta'een maayessa ijoollee dhiira sadihi uumate; isaan Seem, Kaamii fi Yaafeetiin fa'a.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.