1Obboleewwan tokkumma'aan yoo jiraatan,
misha'a; akkam bareeda!
2Akka dhadhaa ejersaa ka mataa Aaroonii irraa,
haga areedaa,
ka uffata isaa gubba'aa haga qaccee jala yaa'uu,
ka urgaa mishaa qabuuti.
3Akka copha gaara Tsiyoonii ka Heermooniin irraa xoxuutitti;
achitti Rabbi eebba ufiitii fi
jireenna bara baraa ajajeera.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.