1Yesuus hennaa gaara irraa gad bu'e, gumiin hedduu isa faana deeman.
2Yoo san namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee, «Gooftaa kiyya! Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeetta» jedha'aa sagadeef.
3Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Ee hin fedhaa fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba irraa fayye.
4
33Worri booyyee tissan baqatanii qachaa seenanii waan ta'ee fi waan namoota seexanni qabeeru irratti ta'e maraa achitti odeessan.
34Achiin maayessa namoonni qachaa san keessaa maruu Yesuusiin argu'uuf bayan; isaan hennaa dhufanii isa argan akka inni biyya isaanii keessaa bayee deemu isa kadhatan.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.