Kitaaba Faaru'uu 134 - Kitaaba Woyyuu

Rabbiin Galatoonfadhaa'a

1Isin garboonni isaa!

worri halkan mana woyyuu keessatti tajaajiltan martinuu,

kootta'aa Rabbiin galatoonfadhaa'a!

2Mana woyyumma'aa keessatti;

harka keessan kadha'aaf badhisaa'a,

Rabbiin galatoonfadhaa'a!

3Rabbiin ardi'ii fi samii uume

Tsiyooniin irraa si haa eebbisu!

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help