Ergaa Yihudaa Seensa - Waadaa Haarawa

SeensaErgaan Yihuda'aa ka barreeffame, amanttoota uduu hin ta'in amanttoota fakkaatanii, barsiisa dharaa namoota ftamisaasan irraa krirstaanota ufi eeggachiisu'uuf. Akkaataa qabiyyee isaatiin Phexirosii lammaffaa ka fakkaatu ergaa gabaabaa kana keessatti barreessaan, «Haala irra hin deebii hin qabnneen Waaqinni ummata isaatiif yeroo tokko waayee amantii kenneetiif, akka jabaa akka irratti du'aniif» dubbiffattoota, cimimissee ni yaadachiisa.Woligala Qabiyyee KitaabchaaSeensa 1-2Amala Barnnoota barsiisota dharaatii fi kufaatii isaa 3-16Amantii akka eeggataniif gorssa kenname 17-23Eebba 24-25
Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help