1Amantii jechuun abddi'iin waan eeggamu, «Ee, dhugaanuu ni ta'a» jechu'uun fudhachu'u, waan ijaan hin argaminne'llee akka waan argamuu taasisanii laakkayu'u.
2Namoonni duraanii ka galateeffaman waayee amanti'iitiin.
3 ni baqaffaman, billayaan'llee ni ajjeefaman, kaldhoo hoola'aatii fi re'ee'llee uffatanii asii fi achi ni deeman, hiyyeeyyi'ii fi koolu-galaa galttoota ta'anii ni raantayan,
38gammoojji'itti, gaaratti, arddii keessa godoota jiranii fi ededoota'llee ni naanayan. Bifa kanaan'llee biyyi lafaa isaaniif bakka malu taatee hin argaminne.
39Isaan kunniin marrinuu waayee amantii isaaniitiif ka ragaan bayameef yoma ta'an'llee, abddii isaaniif kenname amma'llee hin arganne.
40Waaqinni waan fooyyayaa ta'e nu'uuf karoorssee jira, kanaaf isaan nu'uun woliin malee adda isaanii titti, muda maleeyyii ta'u'uuf hin danda'an.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.