Gara Filiimona Seensa - Waadaa Haarawa

SeensaFiliimonaan Kristaana beekkamaa ture, miseenssa woldaya amantii Qolasiyaasii akka ture ni tilmmaamama. Filiimonaan garbcha Oneesimos jedhamu qaba ture, Tajaajilaan kun'llee Gooftaa isaa jalaa badee yeroo deemetti, Phaawulosii mana hidha'aa tureen wol ni gaye, karaa Phaawulosiitiin'llee Oneesimos amantii kristaanumma'aa ni fudhate, ergaan Phaawulos gara worra Filiimona'aa barreesse gara Filiimona'aa deebi'ee gara isaa dhufu'utti tajaajilaa jiruun woliin akka araaramu ka yaadachiisu ture, dabalataan'llee amma Oneesimos kristaana waan ta'eef, amma achitti akka obboleessa kristaanaa titti akka isa simatuuf malee, akka garbichaa titti akka isa hin lakkoofnneen'llee isatti ni hima.Woliigala Qabiyyee KitaabchaaSeensa 1-3Galata Phaawulos Felmoona'aaf dhiyeesse 4-7Waayee kadhannaa cimaa Phaawulos Oneesmosiitiif dhiyeessee 8-22Woliigala 23-25
Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help