Wongeela Maarqoos 4 - Waadaa Haarawa

Fakkeenna Nama Sanyii Facaasuu(Mat 13:10-17; Luq 8:4-8)

1 hoboloo dhayuu jala ni qabe.

38Yeroo sanitti Yesus, hoboloo irra gara kutaa duubaatiin boraatii boraafatee rafee jira ture, ergamittoonni isaa hirribaa kaasaniiniiti, «Yaa barsiisaa! Yobannu bannu garaa si hin nyaannuu ree?» ni jedhaniin.

39Inni'llee hirribaa ka'ee bubbe'etti ni baanate, garba ciisa'aan'llee, «Caldhisi!» ni jedheen, bubeen'llee ni dhiise, caldhisiinssi ol aanaan'llee ni ta'e.

40Yesus'llee, «Akkanatti ka sodaatan maali'iif? Attamitti'llee isin amantii hin qabanne?» isaaniin jedhe.

41Isaan'llee haalaan sodaatanii ufii isaaniitii woliin, «Haa ta'u malee, bubbe'ee fi garbi ciisaan'llee ka isaaf ajajaman, kun eennu?» woliin jedhan.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help