Wongeela Maatewos 18 - Waadaa Haarawa

Ka Mara Caalu Eennu?(Mar 9:33-37; Luq 9:46-48)

1 laakkayamu tajaajilaan liqaan isa irra jiru, tokko qabamee ni dhufe.

25Tajajilaan kun'llee liqaa irra jiru kafaluu waan dadhabeef inni mataan isaa, haati worraa isaatii fi ijoolleen isaa', qabeenni qabu marri'llee gurguramee, liqaan isa irra jiru akka kafalamuuf, gooftaan isaa ni ajaje.

26Tajajilaan garuu miila Gooftaa isaa jalatti jilbbiiffatee, ‹yaa Gooftaa! Yabo'oo naa obissi, maraa si kafala!› jechu'uun, ni kadhateen.»

27Gooftaan isaa'llee garaa laafeefiiti gad ni dhiiseen, liqaa'llee ni dhiiseef.

28«Garuu tajaajilaan sun achii bayee uduma deemuu irra jiru, waahela isaa ka woliin hojjatu ka qarshii dhibbaa ka liqeesseefii jiru argeeti, morma isaa hudhee qabee, ‹qarshii si liqeessee ture naa kafali!› jedheen.

29Tajaajilaan waahela isaa ta'e'llee miila isaa jalatti kufee, ‹Yabo'oo naa obissi, siif kafalaa!› jechu'uun, ni kadhateen.

30Namichi garuu ni dideen. Gonkumaa qabee deemeeti liqaa isaa haga kafalutti, mana hidha'aa titti ni hiisiseen.

31Akka isaa ka jiran waahellan isaa kuunniin kana yeroo argantti, haalaan ni gaddan, deemanii'llee maraa Gooftaa isaanii titti, ni himan.

32Gooftichi'llee tajaajilaa san waamisisee akkana ni jedheen, ‹ati tajaajilaa hamaa nana!› Waan ana kadhatteef liqaa san maraa siif ni dhiise,

33‹eegaa akkuma ani liqaa kee siif dhiise, ati hoo tajaajilaa waahela kee ta'eef, liqaa isaa dhiisuun hin malu turee?›

34Kanaaf gooftaan isaa dalanee liqaa isa irra jiru maraa haga kafalutti, itti gaafatamoota mana hidha'aatiif dabarssee isa ni kenneen.»

35«Eegaa isin'llee tokko tokkoon keessan obboleessa keessaniif onne'een dhiifama yoo taasisu'uufii dhabaattan, Abbaan kiyya ka samii jiru'llee akkuma kana isin irratti ni taasisa.»

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help