2 Ergaa Yohaannis Seensa - Waadaa Haarawa

SeensaErgaan Yohaannisii lamaffaan ka barreeffame Jaarssa ergatamicha Yohaannisiin yoo ta'u, ka barreeffame'llee, giifttii filatamittee fi ijoollee isi'iitiif ture. Yookiin woldaya amantii shiikko'oo fi miseensota isi'iitiif ta'uu hin oolu, ergaan gabaabaan kun ka barreeffame, ufii isaaniitii akka wol jaalatan yaadachiisu'uu fi barsiisota dharaa, barsiisa isaanii irraa ufi eeggachiisu'uuf.Woliigala Qabiyyee KitaabchaaSeensa 1-3Jaalallitti ka maraa oliiti 4-6Waayee barsiisa dharaatiif ufi eeggannaa 7-11Woliigala 12-13
Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help