3 Ergaa Yohaannis Seensa - Waadaa Haarawa
SeensaErgaan Yohaannisii sadaffaan ka barreeffame, «Jaarssa ergatamicha Yohaannisiin» yoo ta'u, ka barreeffame'llee Gaayos ka jedhame durssaa woldaya amanti'iitiif ture, barreessan gara tokkoon kristaanota kaanniin garggaaruu isaatiin Gaayosiin ni galateeffata, gara bira'aatiin ammoo Diyotreefiis ka jedhame nama hamaa irraa akka ufi eeggatuuf ni hubachiisaan.Woliigala Qabiyyee KitaabchaaSeensa 1-4Galateeffamuu Gaayosii 5-8Mormmamuu Diyotrefisii 9-10Galateeffamuu Dimeexiroosii 11-12Woliigala 13-15