Wongeela Maatewos 4 - Waadaa Haarawa

Qormmaatamuu Yesusii(Mar 1:12-13; Luq 4:1-13)

1 jedhamee barreeffamee jiraatii, ati sheexanni narraa fagaadhu!» jedheen.

11Kanaan duubatti sheexanni Yesusiin ni dhiiseen, maleyikkoonni'llee dhufanii, ni tajaajilaniin.

Yesus Hujii Isaa Ka Barsiisu'uu Galiila'atti Akka Jala Qabe(Mar 1:14-15; Luq 4:14-15)

12 isaanii gara garba ciisa'aa titti yoo darbbatan ni arge.

19Yesus'llee, «Kootaa ana horddofaa, akkuma qurxummii qabdanitti, namoota'llee akka wolitti naa qabddan isin ni taasisa» isaaniin jedhe.

20Isaan'llee bakkumatti tabbaarrii isaanii dhiisanii, isa ni horddofaniin.

21Achi bira'llee dabrree, ijoollee Zebdiwoosii ka ta'an kuunniin obboleeyyan lamaan, Yaaqoobii fi Yohaannisiin ni arge. Isaan'llee abbaa isaanii Zebdiwoosiin woliin hoboloo irra ta'anii, tabbaarrii isaanii suppha'aa uduma jiran, isaan ni waame.

22Isaan'llee bakkumatti hoboloo isaaniitii fi abbaa isaanii'llee, dhiisanii ni horddofaniin.

Yesus Namoota Baayi'ee Akka Barsiisee fi Akka Fayyise(Luq 6:17-19)

23 titti, isaan ni barsiisaa fi gammachuu dubbii Mootummaa Waaqaa'llee lallaba'aa, dhukkuba adda addaatii fi dhibe'een namoota qabaman fayyisa'aa, arddii Galiila'aa mara keessa ni naanaya ture.

24Maqaan isaa'llee biyya Soriya'aa mara keessatti waan dhagayameef, namoonni worra dhukkubaa fi dhibee adda addaatiin makkaraaran, worra hafuuronni battiiwwan irra bulan, dhukkuba gaggabdo'oo worra qabanii fi naafota mara'llee gara isaa ni fidan, inni'llee isaan ni fayyise.

25Arddii Galiila'aatii fi magaalaawwan kurnan irraayyuu, Yerusaalemii fi Yihudaa, laga Yoordaanosiitiin gamaa'llee namoonni dhufan baayi'een, Yesusiin ni horddofaniin.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help