1Hoolaanillee hennaa chaappaa torbaa keessaa tokko yoo hiiku arge; busaayaa arfan keessaa tokko laagaa gigissaa fakkaatuun «Koottuu» laali hennaa jedhu dhagaye.
2 kennameefii mooyata'aati moyyatu'uuf baye.
3Hennaa chaappaa lammaffa'aa hiike, busaayaan lammaffa'aa hennaa koottuu laali jedhu dhagaye.
4 zayiiti'ii fi woyinii hin miidhiin laagaa jedhu dhagaye.
7Hennaa chaappaa arfaffa'aa hiike laagaan busaayaa arfaffa'aa koottuu laali hennaa jedhu dhagaye.
8Hisqeelii Raatticha 14:21; Ermiyaasii Raatticha 15:2-3 Ammallee hennaa Fardi Hamarri bawu arge, ka isa yaabbateeru maqaan isaa du'a. Badiin bara baraa isa duukaa deeme guraade'een, beela, du'a bineensonni lafaa akka isa ajjeesan lafa irratti harka afurrii baalliin kennameef.
9Hennaa chaappaa shanaffa'aa hiike, mi'a kennaa irratti dhiyeessan jalatti lubbuu worra dubbii Rabbii eeganii raganiif qalamanii arge.
103:7; 19:2; Kitaaba Faarfanna'aa 79:10 «Gooftaa, dhuga'aa fi woyyuu keenna haga yoomii hin murteessitu? dhiigaa keenna worra lafa irra jiraatan harkaa maaf haluu nu hin baafne?» jedhanii laagaa gudda'aan iyyan.
113:5; 7:9; Ibr. 11:40 Isaan maraafuu uffanni adiin kenname akkasuma akka isaaniititti worra ajeefamu'uuf ta'an haga laakkofsi garbootaa, goshoota isaaniitiif obboleewwanii haga raawwatamutti ammallee haga bara diqqo'oo haa harabaafatanii jedhaman.
12 Mudh. Yoh. 11:13; 16:18; Mat. 24:29; Mar. 13:24, 25; Luq. 21:25 Hennaa chaappaa jahaffa'aa hiiku, lafti guddiftee sochoote. Aduunillee akka mataa gaddaatitti gurraachatte.
13Addeessillee hin diimate. Abshookkaan guddisee qilleensaan raafamee akka qaaraa daraaraa buuftuutitti urjiin sami'ii gara lafaa gadi harca'an.
14Mudh. Yoh. 16:20 Samiin akka kitaabaa maramtee lufte gaarrinii fi tulluun maruu hulee isaaniitii badan.
15 Isaayyaasii Raatticha 2:19, 21 Mootonni lafaa, bulchoonni, ajajoonni, loltuun kumaa, dureeyyii, jajjaboonni, garboonni, gooftoonni maruu goda gaaroota dhaga'aa keessatti dhokatan.
16Luq. 23:30 Gaarranii fi dhagoonni, «Nu irratti kufaa'a lola ka teessoo irra ta'eetiif lola hoolaa Rabbii jalaa nu dhossaa'a.
17Sofoniyaasii Raatticha 1:14, 18; Iyyu'eelii Raatticha 2:11; Milkiyaasii Raatticha 3:2 Guyyaan lola gudda'aa waan dhufeeruuf, eentu dhaabatuu danda'a?» isaaniin jedhan.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.