1Innillee akkana jedhee mammaakaan isaanitti himuu jalqabe, «Namichi tokko biqiltuu woyini'ii dhaabee, dhaga'aan dallawa itti dallayee, boolla woyinii itti cuunfan qotee, siree irra taa'anii eegan ijaaree, qonnaan bultootatti kireessee gara biyya fago'oo deeme.
2Hennaan munni woyini'ii gayu geennaan, midhaan akka fiduuf hojjataa tokko gara qonnaan bultoota ufii erge.
3Isaanillee hojjataa san qabanii tumanii duwwaa deebisanii ari'an.
4Abbaan muka woyini'ii ammallee hojjataa biraa gara isaanii erge; isaan ammallee mataa isaa baqassanii salphisanii ari'an.
5Ammallee ka biraa itti erge, isa ammoo hin ajjeesan, akkasuma ka biraallee heddu itti erginaan isaan keessaallee gari garii tumanii garii ammoo hin ajjeesan.
6tokko as fidaa'a!» isaaniin jedhe.
16Isaan itti finnaan, «Fakkiin kun ka eennuuti? Barreeffamni kun ka eennuti?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Ka mootii mootota worra Rooma'aati» jedhaniin.
17 worra xamban, worra akkasii san murtii gudda'atu isaan eeggata» jedhe.
Kennaa haadha Hiyyeessaa(Luq. 21:1-4)41 takka dhuftee, saantima meetii diqqoo lamaan ta gatiin isii guddisee diqqo'oo mi'a kenna'aa keessa buufte.
43 takka worra biraa caalaa mi'a kennaa itti guuran keessa buufte.
44Worri kuuwwan qabeenna guddaa qaban irraa waan hafe mi'a kennaa itti guuran keessa buusan; Isiin hiyyeettiin waan qabdu ka ittin jiraattu maraa achi keessa buufte» isaaniin jedhe.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.