1Sambanni haga lufeen maayii Maariyaamiin Maqidalaa, Maariyaamiin haati Yaaqoobiitii fi Saloomeen nafa Yesuusiitiif Urgoodibu'uuf bitan.
2Torbaan keessa guyyaa Sambata gudda'aa obboroo haga aduun baate gara awwaalaa dhufan.
3Isaan kara'atti, «Dhagaa afaan awwaalaa irraa eentu nuu gangalcha?» Woliin jedha'aa turan.
4Waan dhagaan guddisee guddaa tureef, itti siiqanii hennaa laalan dhagaan balbala awwaalaatii ka garagalfameeru argan.
5Gara awwaalaa hennaa seenan ka'ima uffata adii uffatee, cinaa mirgaa tiin taa'eeru arganii nayan.
6Inni ammoo, «Hin nayinaa'a; Yesuusii Naazireetii ka fannifame soqa'aartanii? Inni ka'eera arma hin jiru; kunoo huleen isa kaayan.
7(Mat. 28:9-10; Yoh. 20:11-18)
9 lallabaa'a!
16Yoh. 3:18; Hu. Er. 2:38; 16:31, 33 Ka amane; ka cuuphamellee hin fayya; ka hin amanne ammoo itti murteeffama.
176:7, 13; Hu. Er. 8:7; 16:18; 2:4, 11; 10:46; 19:6; Luq. 9:1; 10:17; Qor. 1ffaa 14:2-40 Worri natti amane, maalalee akka hojjatan hunni hin kennamaaf, isaan maqaa kiyyaan jinnii baasan, afaan haarawaanillee hin dubbatan.
18Luq. 10:19; Hu. Er. 28:3-6; 4:30; 5:16; Yaq. 5:14-15 Bofa yoo harkaan qaban, yookiin yoo waan nama ajjeesullee dhugaan isaan hin miidhu; harka ufiillee worra dhibamtoota irra yoo kaayan isaan hin fayyan» isaaniin jedhe.
Yesuus Gara sami'ii Ol Deebi'e(Luq. 24:50-53; Hu. Er. 1:9-11)19 Xim. 1ffaa 3:16; Kitaaba Faarfanna'aa 110:1; Rom. 8:34; Efe. 1:20; Qol. 3:1; Ibr. 1:3, 13; Phex. 1ffaa 3:22 Gooftaan Yesuusillee isaan woliin haga kana dubbateen maayii gara sami'ii ol deebi'ee mirga Rabbii taa'e.
20Hu. Er. 3:16; 5:12; 14:3; Ibr. 2:3-4 Isaanillee bayanii, naannoo maraa dhaqa'aa, Oduu Nagayaa lallaban. Gooftaanillee isaan woliin hojjata'aa ture. Maalalee hojjataniin lallaba isaanii isaanii mirkaneesse.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.