Oduu Nagayaa Ka Maarqoosii 6 - WAADAA LAMMATAA

Yesuus Naazireetitti Tuffatame(Mat. 13:53-58; Luq. 4:16-30)

1Yesuus achiillee bayee gara qachaa ufii dhaqe; darasoonnillee isa faanaa deeman.

2 lallaban.

13 xoroshoo binnee isaanii kenninaaree?» jedhaniin.

38Innillee, «Xoroshoo meeqa qabdan? Mee dhaqa'aa laalaa'a» jedheen. Isaanillee haga laalaniin maayii, «Xoroshoo shanii fi qurxummii lama» jedhaniin.

39Yesuus akka isaan namoota maraa tuuta tuutaan marga lalisaa irra teessisan ajaje.

40Isaanillee tuuta dhibba dhibbaa fi shantama shantama ta'anii tataa'an.

41dhukkubsattoota gara isaa fida'aa turan. Dhukkubsattoonnillee qaccee uffata isaa tuqu'uuf isa kadhatan. Worri isa tuqan maruu hin fayyan.

Blog
About Us
Message
Site Map