1Yesuus hennaa gaara irraa gadi bu'e, gumiin hedduu isa faana deeman.
2Yoo san namichi dhukkuba gogaa kukkutuun qabame tokko gara isaa dhufee, «Gooftaa kiyya! Yoo fedha kee ta'e na fayyisuu dandeeta» jedha'aa sagadeef.
3Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.
4
33Worri booyyee tissan baqatanii qachaa seenanii, waan ta'ee fi waan namoota seexanni qabeeru irratti ta'e maraa achitti odeessan.
34Achiin maayessa namoonni qachaa san keessaa martinuu, Yesuusiin argu'uuf dhufan; Isaan hennaa dhufanii isa argan, akka inni biyya isaanii keessaa bayee deemu isa kadhatan.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.