Ergaa Phaawuloos Gara worra Qorontoosii Erge ka 1ffaa 9 - WAADAA LAMMATAA

Mirga Eergamtootaa

1 keessatti hirmaataa ta'u'uuf, waan Oduu Nagayaatiif maraa godha.

24Filph. 3:12-14; Xim. 2ffaa 4:7 Hulee wol morkii fiigichaatitti namni maruu hin fiiga. Haata'uu ammoo ka badhaafamu tokkicha akka ta'e hin beettanii? Isinillee akkasuma akka badhaasa argattan fiigaa'a.

25Xim. 2ffaa 2:4-5; 4:8; Phex. 1ffaa 5:4; Yaq. 1:12 Ka wandhansa bayu maruu, waan maraanuu nafa ufii hin eeggata. Kunniin kennaa badu argachu'uuf, nu ammoo ka hin banne argachu'uuf.

26Kanaaf ani akka worra kaayyoo malee fiiguutitti hin fiigu, akka nama qilleensa qabuu, maraafuu akkanumaan hin dadhabu.

27Rom. 8:13-14; 13:14 Haata'uu ammoo kaawwanitti haga himeen maayii ufii nama gattame akka hin taane foon kiyya adaba'aa akka ajajamu godha.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help