Oduu Nagayaa Ka Luuqaasii 24 - WAADAA LAMMATAA

Yesuus Du'aa Ka'e(Mat. 28:1-10; Mar. 16:1-8; Yoh. 20:1-10)

1Guyyaa Sambata gudda'aa isaan keessaa namoonni gariin urgoo qabataniiti isaan woliin obboro'oon gara awwaalaa dhaqan.

2Dhagaan awwaalaan cufame ka gangalfameeru argan.

3Hennaa boolla awwaalaa keessa seenan reeffa Gooftaa Yesuusii hin argine.

4 foonii fi lafee hin qabu, Ani ammo hin qaba.»

40Innillee kana jedhee harka ufiitii fi luka ufii isaanitti mudhise.

41 fi araarri cubbuu Yeruusaaleemiin irraa jalqabee gumii maraa irratti hin lallabama jedhamee barreeffameera.

48Yoh. 15:27; Hu. Er. 1:8 Isinillee waan kanaaf raga'a.

49Yoh. 14:16, 26; 15:26; 16:7; Hu. Er. 1:4 Ani waan Abbaan kiyya waadaa isinii gale san isinii erga. Isin ammoo haga hunna olii argattanitti qachaa Yeruusaaleemii keessaa hin bayi'naa'a» jedhe.

Yesuus Gara sami'ii Ol Deebi'e(Mar. 16:19, 20; Hu. Er. 1:9-11)

50Innillee achii bayee haga Bitaaniya'aa isaan geegessee harka isaa lamaan ol kaasee isaan eebbise.

51Uduma isaan eebisa'aaru isaan dhiisee gara sami'ii ol fudhatame.

52Yoh. 5:23; 14:28; 16:22 Isaanillee isaaf sagadanii guddisanii gammadanii gara Yeruusaalemii deebi'an.

53Hennaa maraa Rabbiin galatoonfata'aa mana woyyuu keessa jiraatan.

Blog
About Us
Message
Site Map