Oduu Nagayaa Ka Maarqoosii 7 - WAADAA LAMMATAA

Seera Rabbiitii Fi Aadaa Abbootaa(Mat. 15:1-9)

1Fariisonninii fi barsiisonni Seeraa worri Yeruusaalemii dhufan gari gariin Yesuusiin biratti wolgayan.

2nyaatan?» jedhanii Yesuusiin gaafatan.

6Inni ammoo deebisee, «Bada fakkeessitoota, Isaayyaas waan keessan raagee, ‹Baniin kun afaaniin na kabajjan, garaan isaanii narraa fago'o.

7 gara Yesuusii fidanii, akka inni harka ufii isa irra kawuuf kadhatan.

33 Mar. 8:23 Yesuus namicha san gumii keessaa adda isa baasee, quba ufiillee gurra isaa keessa kaaye. Achiin maayii tufee arraba isaa tuqe.

346:41; Yoh. 11:41 Gara sami'ii ol jedhee laalee, hafuura guddaa baafatee, «Efaataa» jedheen. Akkas jechuun, «Banami!» jechu'u.

35Yoosuu gurri isaa banamee, arrabni isaallee hiikkamee qajeelchee dubbate.

36 1:43-45; 5:43 Yesuus eennuttillee akka hin himne isaan seere. Isaan ammoo uduu inni isaan seeru, guddisanii odeessan.

37Isaayyaasii Raatticha 35:5 Worri dhagayan maruu waan kana hagaa olitti maalalfatan, «Wonti inni godhe martuu misha'a; worri gurra duude akka dhagawu, worri afaan duude akka dubbatu hin godha» jedhan.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help