Oduu Nagayaa Ka Maatewoosii 13 - WAADAA LAMMATAA

Mammaaka Waan Namicha Sanyii Facaasuu(Mar. 4:1-9; Luq. 8:4-8)

1Guyyaa san Yesuus manaa bayee galaana Galiila'aa bira taa'e.

2 keessa kaayan. Badaa ammoo hin gatan.

49Hennaa dhuma adunyaa tanaa akkana ta'a. Maleekkonni dhufanii, cubbamootaa fi qajeellota adda baasan.

5013:42; 8:12 Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran, qilee ibiddaatitti gatan» jedhe.

51Yesuus, «Kana maraa hubattaniirtu?» jedhee isaan gaafate.

Isaanillee deebisanii, «Ee» jedhan.

52«Kanaafuu barsiisaan seeraa ka dhossaa jeennata sami'ii sirri'itti beeku, abbaa manaa ka mana ufii keessaa mi'a haarawaa fi moofaa gad baasu fakkaata.»

537:28 Yesuusillee mammaaka kanniin haga fixeen maayessa achii ka'ee deeme.

54Gara biyya ufiititti deebi'ee Mana sagada Yihuudotaa seenee haga isaan isa maalalanitti isaan barsiisa'aa ture. Isaanillee, «Namichi kun oggummaa kanaa fi hunna maalalee kana ittiin hojjatu eessaa argate?» jedhan.

5512:46; Yoh. 6:42 Kun ilma namicha muka bocuutii mii? Haatillee Maariyaam jedhamtii mii? obboleeyyan isaallee Yaaqoob, Yoosaa, Simoonii fi Yihuudaa fa'aa mii?

56Yoh. 7:15, 52 Intallan haadhaa isaa maruu nu bira jiranii mii? Inni waan kana maraa eessaa argate?

57Yoh. 4:44 Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammoo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.

58Sababa amanuu dhabuu isaaniitiif, Inni baasota hedduu achitti hin hojjanne.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help