1«Maleekkaa woldaa Kirstaanaa ta Sardeesiin keessa jirtuuf akkana jedhii barreessi.
Ayyaanota Rabbii torbanii fi ka urjoota torbaa harkaa qabu akkana jedha. «Hujii kee hin beeka; ati maqamaaf jirta malee duuteerta.
2 waan taateef qabbanaayaa yookiin oo'aa waan hin taaneef, Afaan kiyya keessaa si tufu'uuf ta'a.
17 Hoosee Raatticha 12:8; Qor. 1ffaa 4:8 ‹Ani qabaata'a, dureessallee ta'eera, womaa na hin barbaachisu waan jettuuf hiyyeessa deegaa, hiyyessa balla'aa fi ka qullaa hafte ta'uu kee waan hin beenneef.›
1816:15 Dureessa akka taatuuf worqii ibiddaan baffame uffattee qullaan saala keetii akka hin mudhanneef uffata adii waan ija kee ittiin bareechifattu na irraa akka bitattu si gorsa.
19Kitaaba Fakkeennaa 3:12; Kitaaba Iyyoobii 5:17; Qor. 1ffaa 11:32; Ibr. 12:6 Ani nama jaaladhu maraa hin loladhaan hin adaba. Kanaafuu qajeelii aagii gali.
20Luq. 12:36; Yoh. 14:23 Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee balbala ufii yoo naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.
21Mat. 19:28; Ibr. 12:2 Akkuma ani mooyadhee teessoo abbaa kiyya irra taa'e, akkasuma ka mooyate na woliin teessoo jeennata kiyyaa irra akka taa'u hin kennaaf.
22Waan Ayyaanni Woldaa Kiristaanaatiin jedhu ka gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.
Who We AreWhat We EelieveWhat We Do
2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.