Ergaa Phaawuloos Gara Worra Rooma'aa Erge 8 - WAADAA LAMMATAA

Ayyaana Rabbiitiin Jiraachuu

1 Yesuus Kiristoos.

35Jaalala Kiristoosii irraa eentu nu fooya? Rakko'oo, dhiphinnaa, ari'amu'uu, beelaa, yookiin daaru'uu, soda'a mo'o guraade'e?

36Kitaaba Faarfanna'aa 44:22; Qor. 2ffaa 4:11 Akkana jedhamee akkuma barreeffame,

«Waan keetiif guyyaa maraa hin ajjeefamna;

akka hoolota qalamaniititti laakkawamne»

37 Yoh. 1ffaa 5:4-5 Kana maraa keessatti ammoo ka nu jaalate saniin mooyattoota hin caalla.

38Efe. 1:21; 6:12; Qol. 2:15; Phex. 1ffaa 3:22 Du'a yookaan jireenna, Maleekkota, bulchiinsa, ka waa qabu, ka dhufullee yoo ta'e,

39Yoh. 10:28 hunna qabeeyyii ol gubba'aa gad bu'u uumama addaallee yoo ta'e, jaalala Rabbii ka karaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin keessan arganne keessaa nu baasuu akka hin dandeenne hubadheera.

Blog
About Us
Message
Site Map

Who We AreWhat We EelieveWhat We Do

Terms of UsePrivacy Notice

2025 by iamachristian.org,Inc All rights reserved.

Home
Gospel
Question
Blog
Help